In addition to being a common household item in almost every home in the nation, coffee’s heady scents have attracted coffee aficionados from all over the world. Coffee production must continue to sustain this global affection for the black beverage, and fortunately, Bulbula IAIP and Nekemte IAIP is ideally positioned to meet the need. Bulbula IAIP and Nekemte IAIP are connected to some of the largest coffee-growing areas, which gives it access to some of the best coffee regions and is fully equipped to start production.
***********
Buna
Bunni biyya keenyaa manneen hawaasa baldhaa biyyattii keessa qofa osoo hin taane, galaana ce’uudhaan guutuu addunyaa irratti jaallattoota hedduu horateera. Paarkiin Industirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaafi Paarkiin Industirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee naannolee gurguddoo buna itti misoomsan wajjin walitti hidhamiinsa cimaa waan qabuuf, naannichi buna filatamaa gabaa addunyaatiif dhiyeessan argachuuf bakka baay’ee murteessaa ta’edha.
Oromia Industrial Parks
Where you benefit more!
Follow Oromia Industrial Parks at the following links:
Twitter: twitter.com/OromiaIPDC
Facebook: facebook.com/OromiaIPDC
YouTube: youtube.com/@oromiaindustrialpark1987
Telegram: telegram.me/OromiaIPDC
Instagram: instagram.com/OromiaIPDC
LinkedIn: linkedin.com/company/oromia-industrial-parks/
Website: www.oipdc.org





